Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Sirni Awwalchaa Shamarree Moodelii fi Beeksisaan Beekamtu, Kan  Qananii Addunyaa Roobii Har’aa Finfinneetti Raaw’atame

Дата публикации: 12-03-2025 18:31:26

Sirni Awwalchaa shamarree Qananii Addunyaa kan hojii modeliingii fi beeksisawwan garaa garaa hojjechuun beekamtu, har’a Roobii Bitootessa 12, 2025 magaalaa Finfinnee bataskaana Kaateediraalaa qulqulluu Sillaaseetti raawwateera.
Poolisiin magaalaa Finfinnee ibsa har’a baaseen, Shamarree Qananiin gamoo mana jireenyaa ishii darbii 5ffaa irraa “haala ammatti sababni isaa hin beekamneen” kuftee duute jedhe. Gareen qorannoo poolisoota hundaa’ee ragaan teekiniikaa fi foorensiikii walitti qabamuufi qorannoon itti fufee akka jirus dabaluun ibseera. Beekaa Atoomaa gabaasa qaba.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
2Ardaa Jilaa Badhaasaatti Sirna Geggeessameen Abbaa Gadaa Booranaa 71ssoon Abbaa Gadaa Booranaa 72ssootti Eebbaan Baallii Kenne  06.8411-03-2025
3Fiigichi Guddichi Kan Itiyoophiyaa Marsaa 23ffaan Finfinneetti Geggeessame09.9221-11-2023
4Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025
5Kan Du’a Kaadhimaa Isaatti Shakkamee To’annaa Poolsii Jala Jiru Artist Andu’aalem Gosaa Mana Murtiitti Dhihaate05.9313-03-2025
6Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
7Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa Itiyoophiyaatti Kabajame Ilaalchisee Gaaffii fi Deebii Aangawootuu Oromiyaa Waliin Taasisame011.1810-03-2025
8Meeshaalee Aadaa Boorana Biratti Ulfina Addaa Qaban Kan Beektuu 06.0810-03-2025
9Lammiileen Itiyoophiyaa Kuma Tokko Tahan Har’a Saawud Arabiyaarraa Gara Biyyaatti Deebifamuu Ministiriin Dhimma Alaa Biyyattii Beeksise  08.5512-03-2025
10Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise08.3513-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 8.72. Источник: www.voaafaanoromoo.com.