Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Ardaa Jilaa Badhaasaatti Sirna Geggeessameen Abbaa Gadaa Booranaa 71ssoon Abbaa Gadaa Booranaa 72ssootti Eebbaan Baallii Kenne  

Дата публикации: 11-03-2025 18:37:51

Dilbata darbe, Bitootessa, 09, bara 2025, Abbaan Gadaa 71ffaa Kura Jaarsoo, Abbaa Gadaa Booranaa 72ffaa Booranaa Guyyoo Boruu Guyyoof ‘Baallii’ dabarsanii jiran. Sirna Godina Boorana Bahaa, Aanaa Areeroo, Ardaa Jilaa Badhaasaattii gaggeeffamerratti Abbaan Gadaa Baallii kennan Kura Jaarsoo, Gadaan, Eebbaa fi nagaan aboo dabarsee kennuun adda godhaa yoo jedhan, kan Baallii fudhate Abbaan Gadaa Guyyoo Boruu, biyyi tokkummaan akka dhaabatu gaafatan. Galmoo Daawit Ardaa Jilaa Badhaasaarraa gabaasaa qindeesse qabna.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
2Meeshaalee Aadaa Boorana Biratti Ulfina Addaa Qaban Kan Beektuu 06.0810-03-2025
3Sirni Awwalchaa Shamarree Moodelii fi Beeksisaan Beekamtu, Kan  Qananii Addunyaa Roobii Har’aa Finfinneetti Raaw’atame08.7212-03-2025
4Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
5Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
6Waldaan Atleetiksii Addunyaa Atleetii Itiyoopiyaa Badhaase09.6302-12-2024
7Lammiileen Itiyoophiyaa Kuma Tokko Tahan Har’a Saawud Arabiyaarraa Gara Biyyaatti Deebifamuu Ministiriin Dhimma Alaa Biyyattii Beeksise  08.5512-03-2025
8Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
9Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025
10Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.84. Источник: www.voaafaanoromoo.com.