Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?

Дата публикации: 14-03-2025 18:51:14

Abbaa Gadaa Jaldeessa Guyyoo Kunee, ganna saddeet booda bara 2033 Abbaa Gadaa Booranaa ta’uun aangoo fudhata. Ogeessa yaala beelladaa kan ta’e Jaldeessa Guyyoo, amma gaggeessa egeriif marsaa Gadaatiin itti gaafatama fi barnoota argataa akka jiru hime. Abduuba Dullachaa bara Gadaa Kura Jaarsoo kan hojiirra turan, sadarkaan Gadaa keessatti dargaggoonni daa’imummaa kaasuun keessa darban, muuxannoo gaggeessa hawaasaa mishaa akka argatan kan taasisu ta’uu VOA’f himan. Guyyo Doyoo qorataan Gadaa, Gadaan gaggeessa hawaasaa dhalootaaf filee barsiisee haalli inni itti guddisu, Booranaa kufaatii siyaasaa fi hawaasummaarraa isa oolcheera jechaan dubbate. Jidduu kana gara Booranaatti kan imalee ture Galmoo Daawit dhimma kanarratti gabaasa dabalataa qopheesseera.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Ardaa Jilaa Badhaasaatti Sirna Geggeessameen Abbaa Gadaa Booranaa 71ssoon Abbaa Gadaa Booranaa 72ssootti Eebbaan Baallii Kenne  06.8411-03-2025
2Meeshaalee Aadaa Boorana Biratti Ulfina Addaa Qaban Kan Beektuu 06.0810-03-2025
3Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
4Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa Itiyoophiyaatti Kabajame Ilaalchisee Gaaffii fi Deebii Aangawootuu Oromiyaa Waliin Taasisame011.1810-03-2025
5Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise08.3513-03-2025
6Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
7Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
8Balaan Xayyaaraa Waraana Sudaan Naannoo Manneen Jireenyaa Jiranitti Dhaqqabe Namoota 46 Galaafate07.226-02-2025
9Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025
10Karoorri Biyyoota Gaanfa Afrikaa Haala Jijjiirama Qilleensatiif Dursee Qopheessu Baasame08.3503-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.86. Источник: www.voaafaanoromoo.com.