Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa Itiyoophiyaatti Kabajame Ilaalchisee Gaaffii fi Deebii Aangawootuu Oromiyaa Waliin Taasisame

Дата публикации: 10-03-2025 18:56:20

Ayyaannii Guyyaa Dubartootaa yokaan March 8 barana Ityoophiyaa keessatti yeroo 49ffaaf Sambata dabree kabajamuu isaa Aaddee Mabraat Baacaa, hooggantuu Biroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Oromiyaa ibsanii jiru. Aadee Mabraat mata duree ayyana kanaa maal akka jedhu ibsuun eegaluu.  Jaallannee Gammadaa tu haasoofsise.


Основное содержимое страницы с новостью.

Ayyaannii Guyyaa Dubartootaa yokaan March 8 barana Ityoophiyaa keessatti yeroo 49ffaaf Sambata dabree kabajamuu isaa Aaddee Mabraat Baacaa, hooggantuu Biroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Oromiyaa ibsanii jiru. Aadee Mabraat mata duree ayyana kanaa maal akka jedhu ibsuun eegaluu. Jaallannee Gammadaa tu haasoofsise.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
2Karoorri Biyyoota Gaanfa Afrikaa Haala Jijjiirama Qilleensatiif Dursee Qopheessu Baasame08.3503-03-2025
3Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025
4Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise08.3513-03-2025
5Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
6Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
7Atleetonni Itiyoopiyaa Qabxii Ol Aanaa Galmeessisan010.703-06-2024
8Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan010.2810-06-2024
9Rakkoo Nageenyaa Sudaan Kibbaa Keessatti Sababaan Ijoon Waliigaltee Bara 2018 Mallatteessame  Hojiitti Hiikuun Dhibaa’uudha: IGAD09.0814-03-2025
10Ardaa Jilaa Badhaasaatti Sirna Geggeessameen Abbaa Gadaa Booranaa 71ssoon Abbaa Gadaa Booranaa 72ssootti Eebbaan Baallii Kenne  06.8411-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 11.18. Источник: www.voaafaanoromoo.com.