Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Atleetonni Itiyoopiyaa Qabxii Ol Aanaa Galmeessisan

Дата публикации: 03-06-2024 19:07:41

Dorgommii Daayimandii Liigii Istookhoolm  meetira 3,000 gugfachisaattin gaggeeffame irratti fageenya kanaan kan  rikoordii addunyaa harkaa  qabu Lamecha Girmaa sa’aatii saffisaa waggaa kanaa galmeessun injjiffateeraa, Saamu’eel Firuuw ammoo sa’atti dhunfaa isaa galmeessisuun  lammaffaa yaggu bahuu atileet Getineet  Wale 4ffaa bahuun xumureera. Dorgommii meetira 1500 fi meetira 800 dubartootaan Birke Hayalom fi Nigist Hayalom lamaan isaaniiyyuu sadarkaa 4ffaa qabachun xumuran.  Fiigicha kana hordofuun atileet Lamecha Girmaa fi Saamu'eel Frew dubbisneeraa. 

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Poolaamdii fi Ispeenitti Geggeeffaman Irratti Injifannoo Guguddaa Argatan010.8217-02-2025
2Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgoomii Figicha Mana Keessaa Kazakistaan, Astanaatti Geggeessame Injifatan011.2927-01-2025
3Fiigichi Guddichi Kan Itiyoophiyaa Marsaa 23ffaan Finfinneetti Geggeessame09.9221-11-2023
4Waldaan Atleetiksii Addunyaa Atleetii Itiyoopiyaa Badhaase09.6302-12-2024
5Atleetonni Itiyoopiyaa Dorgommi Martoonii Kanadaa fi Ameerikaatti Geggeessame Irratti Injifannoo Gonfatan010.727-05-2024
6Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa Itiyoophiyaatti Kabajame Ilaalchisee Gaaffii fi Deebii Aangawootuu Oromiyaa Waliin Taasisame011.1810-03-2025
7Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025
8Atileetiin Itiyoophiyaa Dheeressaa Caalaa Maraatoonii Siivilaa, Ispeen’rratti Rikordii Bakkichaa Cabsuun Injifate09.1519-02-2024
9Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
10Waajirri Dilaalaa fi Galiiwwanii Finfinnee Namoota Idaan Gibiraa Irra Jira Jedhe  62  Biyyaa Akka Hin Baane Ugguruu Isaa Beeksise08.9907-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 10.7. Источник: www.voaafaanoromoo.com.