Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Atileetiin Itiyoophiyaa Dheeressaa Caalaa Maraatoonii Siivilaa, Ispeen’rratti Rikordii Bakkichaa Cabsuun Injifate

Дата публикации: 19-02-2024 19:59:39

Atileetiin Itoophiyaa Dhereessaa Galataa Maraatoonii Siviilaa ,biyyaa Ispeenitti Dilbata kaleessaa dorgomamerratti s'aatii foyya’aa 2:03:26 galmeessisuun rikkoordii bakkichaa foyyessu danda’ee jira. Atileet Dhereessaa Galataa VOAf yaada kenneen, injifannoo kana bu’aa bahii heeddu keessa darbuun akka hirmaachuu danda’e ibsee, haala kana irra aanee rikoordii fooyyeesuu isaatti gammaduu himeera. Dheeresaa fi ka dorgommii maaraatoonii dubartootaa moote Azmeraa Gebru Istaadiyoomii Siviilaa keessaatti simannaan ho’aan taasifameefii jira.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Waldaan Atleetiksii Addunyaa Atleetii Itiyoopiyaa Badhaase09.6302-12-2024
2Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommii Maaraatoonii Vaalenshiyaarratti Injifannoo Gaarii Argatan012.3404-12-2023
3Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman07.310-03-2025
4Waajirri Dilaalaa fi Galiiwwanii Finfinnee Namoota Idaan Gibiraa Irra Jira Jedhe  62  Biyyaa Akka Hin Baane Ugguruu Isaa Beeksise08.9907-03-2025
5Atileet Silashii Sihiin Federeeshina Atileetiksii Itiyoopiyaaf Filatame, Filannichi Haqa Qabeessa, Guddina Federeeshinichaas Mul'isa Jedhe07.423-12-2024
6Atleetonni Itiyoopiyaa Qabxii Ol Aanaa Galmeessisan010.703-06-2024
7Xumura Torban Kanaarra Dorgommiilee Ispoortii Guguddaa Lamatu, Tokko Afrikaatti Kaan Ameerikaatti Geggeessama06.8509-02-2024
8Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
9Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Poolaamdii fi Ispeenitti Geggeeffaman Irratti Injifannoo Guguddaa Argatan010.8217-02-2025
10Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 9.15. Источник: www.voaafaanoromoo.com.