Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Xumura Torban Kanaarra Dorgommiilee Ispoortii Guguddaa Lamatu, Tokko Afrikaatti Kaan Ameerikaatti Geggeessama

Дата публикации: 09-02-2024 21:03:38

Afrikaadhaa fi as Yunaayitid Isteets keessatti sambata borii fi Dilbata iftaanii taateewwan Ispoortii Gurgudaatu taasifamuuf deemuu. Waancaan kubbaa miilaa Afrikaa marsaa 34ffaan Ayiveriikoost keessatti jalqabame tapha waancaa Ayiverkoostiif Naayijeeriyaa giduutti taasifamuun xumurama.
As Yunaayitid Isteets keessatti immoo, Taphii waancaa kubbaa miilaa Amerikaa ykn Suuper Bool marsaa 58ffaan Dilbata galagala magaalaa Laas Veegaas keessatti taasifamuuf jira. US keessatti taatee waggaa isa guddaadhaa.
Taphaawwan gurgudda guyyoottan boqonnaa boriif ifataanii taasifaman kana ilaachisuudhaan Bafqaaduu Morodaa waan qindeesse qabna.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Hariiroon Jiru Laaffataa Waan Adeemeef Yunaayitid Isteetis Ambaasaaddara Afriikaa Kibbaa Ari’uuf Jetti05.4815-03-2025
2Waancaa Afrikaa 34ffaa Ayivoriikoost Keessatti Geggeessamaa Jirurratti Biyyoonni Dur Injifachuun Beekaman Hin Milkoofne08.3529-01-2024
3Karoorri Biyyoota Gaanfa Afrikaa Haala Jijjiirama Qilleensatiif Dursee Qopheessu Baasame08.3503-03-2025
4Xumura Dorgoimmii Waancaa Kuubbaa Miilaa Afrikaa fi Du’a Atileetii Keeniyaa Beekamaa 010.2512-02-2024
5Sudaan Keesstti Mootummaa Lama Wal Maddiitti Hundeessuun Balaa Fiduu Akka Malu Gamtaan Afrikaa Akeekkachiise07.7212-03-2025
6Atileetiin Itiyoophiyaa Dheeressaa Caalaa Maraatoonii Siivilaa, Ispeen’rratti Rikordii Bakkichaa Cabsuun Injifate09.1519-02-2024
7Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Poolaamdii fi Ispeenitti Geggeeffaman Irratti Injifannoo Guguddaa Argatan010.8217-02-2025
8Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan010.2810-06-2024
9Atleetonni Itiyoopiyaa Dorgommi Martoonii Kanadaa fi Ameerikaatti Geggeessame Irratti Injifannoo Gonfatan010.727-05-2024
10Sagantaa Galateeffannaa fi Ifxaara Waloo Hordoftoota Amantaa Islaamaa Naannoo Waashingtan 07.0612-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.85. Источник: www.voaafaanoromoo.com.