Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Xumura Dorgoimmii Waancaa Kuubbaa Miilaa Afrikaa fi Du’a Atileetii Keeniyaa Beekamaa

Дата публикации: 12-02-2024 23:32:55

Atileetiin lamii Keniyaa Rikoordii maraatoonii Addunyaa maqaa isaattin jiruu Kelviin Kiptuum leenjisaa isaa wajjin balaa konkolaataa Dilbata kaleessa du’ee jira. Dorgoommii figicha mana keessaa biyya Faransaay Leevinitti Sanbata darbee taasifameen atileetonnii Itoophiyaa injjiffanoo gonfataniiru. Biyyi Ayivoriikoost Waancaa kubbaa miilaa Afrikaa kan bara 2024 mo'achuudhann shaampiyoonaa Afrikaa taate. Dhimmootan kana irratti gabaasaa dabaltaa qabna.
 
Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Waancaa Afrikaa 34ffaa Ayivoriikoost Keessatti Geggeessamaa Jirurratti Biyyoonni Dur Injifachuun Beekaman Hin Milkoofne08.3529-01-2024
2Xumura Torban Kanaarra Dorgommiilee Ispoortii Guguddaa Lamatu, Tokko Afrikaatti Kaan Ameerikaatti Geggeessama06.8509-02-2024
3Yeroo Biyyoonni Hedduun Gocha Shororkeessummaa Gabaasaa Jiranitti Afrikaan Ardii Haleellaa Kanaan Hedduun Ittii Galaafatame Taatee Jirti 08.807-03-2025
4Waldaan Atleetiksii Addunyaa Atleetii Itiyoopiyaa Badhaase09.6302-12-2024
5Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Maraatoonii Dubaayii fi Shaamaan Keessatti Geggeessaman Dhiiraa fi Dubaraan Injifatan08.1609-01-2024
6Atleetonni Itiyoopiyaa Dorgommi Martoonii Kanadaa fi Ameerikaatti Geggeessame Irratti Injifannoo Gonfatan010.727-05-2024
7Atileetiin Itiyoophiyaa Dheeressaa Caalaa Maraatoonii Siivilaa, Ispeen’rratti Rikordii Bakkichaa Cabsuun Injifate09.1519-02-2024
8Второй форум глав МИД Россия - Африка пройдет в 2025 году в африканской стране0006-03-2025
9Vaaleenshiyaattiu Yoomiif Qajeelchaa, Fraankfartitti Hawwii Fayyisaa Dorgommiilee Maaraatoonii Injifatan09.629-10-2024
10Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Poolaamdii fi Ispeenitti Geggeeffaman Irratti Injifannoo Guguddaa Argatan010.8217-02-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 10.25. Источник: www.voaafaanoromoo.com.