Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Waancaa Afrikaa 34ffaa Ayivoriikoost Keessatti Geggeessamaa Jirurratti Biyyoonni Dur Injifachuun Beekaman Hin Milkoofne

Дата публикации: 29-01-2024 19:02:24

Waancaa Afrikaa 34ffaan, Ayivoriikoost keessatti gaggeeffama jiru irratti, biyyoonni gurguddoon hedduun gara sadarkaa gatanii darbuutti otoo hindarbiin haafaniiru. Shaampiyoonaa yeroo torba kan taate Masriin tapha adabbiitiin Rippabilika Dimookiraatawaa Koongoon mo'amtee, carraa Waancaa Afrikkaa argachuu keessaa ala taateetti. Haaluma walfakkaatuun gareen biyyaaleesaa Giinii  taphattoota 10iin kan taphatee Ikuwaatooriyaal Giinii goolii 1 fi 0n injifachuun gara marsaa itti aanutti darbeera. Taphoota Sanbata darbeen Naayijeeriyaan tapha gatanni darbuu kana biyyaa Kaameeruun injifachuun milkoofteetti.
 
Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Xumura Torban Kanaarra Dorgommiilee Ispoortii Guguddaa Lamatu, Tokko Afrikaatti Kaan Ameerikaatti Geggeessama06.8509-02-2024
2Karoorri Biyyoota Gaanfa Afrikaa Haala Jijjiirama Qilleensatiif Dursee Qopheessu Baasame08.3503-03-2025
3Xumura Dorgoimmii Waancaa Kuubbaa Miilaa Afrikaa fi Du’a Atileetii Keeniyaa Beekamaa 010.2512-02-2024
4Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan010.2810-06-2024
5Hariiroon Jiru Laaffataa Waan Adeemeef Yunaayitid Isteetis Ambaasaaddara Afriikaa Kibbaa Ari’uuf Jetti05.4815-03-2025
6Atileetiin Itiyoophiyaa Dheeressaa Caalaa Maraatoonii Siivilaa, Ispeen’rratti Rikordii Bakkichaa Cabsuun Injifate09.1519-02-2024
7Waajirri Dilaalaa fi Galiiwwanii Finfinnee Namoota Idaan Gibiraa Irra Jira Jedhe  62  Biyyaa Akka Hin Baane Ugguruu Isaa Beeksise08.9907-03-2025
8Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
9Atleetonni Itiyoopiyaa Qabxii Ol Aanaa Galmeessisan010.703-06-2024
10Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 8.35. Источник: www.voaafaanoromoo.com.