Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Karoorri Biyyoota Gaanfa Afrikaa Haala Jijjiirama Qilleensatiif Dursee Qopheessu Baasame

Дата публикации: 03-03-2025 18:56:24

Yeroo haalawwan  jijjirama qileensaatin walqabataniin balaan biyyoottan irra gahu dabalaa deeme kanatti, dhaabbanni daldalaa fi walitti dhufeenyaa biyyoottan Gaanfa Afrikaa irratti hojjatu, dhaabilee dhimmaa namoomaa wajjin ta’uudhaan, karoora dursanii  tarkaanfii fudhachuu fi kan akeekkachiisa qopheessee jira. Dhimma kana irratti gabaasa Jumaa Majaangaa Naayiroobii irraa erge, Bafiqaaduu tu dhiheessa.
 
Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1 Mooraa Baqattootaa Keeniyaatti Argamu Keessatti Dhukaasa Poolisoonni Bananiin Baqattoota Afur tu Madaa'e 06.8904-03-2025
2Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan010.2810-06-2024
3Hariiroon Jiru Laaffataa Waan Adeemeef Yunaayitid Isteetis Ambaasaaddara Afriikaa Kibbaa Ari’uuf Jetti05.4815-03-2025
4Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa Itiyoophiyaatti Kabajame Ilaalchisee Gaaffii fi Deebii Aangawootuu Oromiyaa Waliin Taasisame011.1810-03-2025
5Waancaa Afrikaa 34ffaa Ayivoriikoost Keessatti Geggeessamaa Jirurratti Biyyoonni Dur Injifachuun Beekaman Hin Milkoofne08.3529-01-2024
6Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025
7Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
8Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise08.3513-03-2025
9Xumura Torban Kanaarra Dorgommiilee Ispoortii Guguddaa Lamatu, Tokko Afrikaatti Kaan Ameerikaatti Geggeessama06.8509-02-2024
10Keeniyaa Keessatti Jijjiiramni Miidiyaa Gara Dijitaalaatti Taasisame Dorgaggootaaf Madda Odeeffannoo Filatamaa Tahee Jira06.5628-02-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 8.35. Источник: www.voaafaanoromoo.com.