Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an

Дата публикации: 13-03-2025 23:34:18

Naannoo Itiyoophiyaa Kibbaa, godinaa Yakkii, Bakka “Gabaa Kamisaa” Jedhamee waamutti murkti namoota gabaa keessa jiran irratti kufee namoonni toorba du’uu isaanii poolisiin nannichaa beeksisee jira.
Koomishinii Poolisii naannichaatti, Daarektarri Daarektoreetii Odeeffannoo fi Tika Nagaa, Inispektar Dajanee Asaffaa Sagalee Ameerikaaf ibsa kennaniin, Kamisa har’aa jechuun Bitootessa 13, bara 2025 akka Itiyoophiyaatti waaree booda sa’atii toorbaa fi daqiiqaa 15 irratti mukti guddaan walakkeessa gabaa ture namooa gabaa keessa jiran irratti kufee namoota lama ajjeesuudhaa ala, ka biroo saddeet irras miidhaa jabaa fi sasalphaa geessisee jira, jedhan.
Kannaan balaa jiginsa mukaatiin du’an keessaa 6 dubartoota fi tokko da’ima tahuu Inspektar Dajaneen Sagalee Ameerikaatti himanii jiran. Poolisiin reeffa namoota du’anii kaasuu isaa kan dubbatan, Insektarichi, kanneen madaa’an keessaa dhiironni lama gara Hospitaala Teeppiitti, kanneen miidhaan jabaan mudate ammoo wal’aansa wayyaawaadhaaf gara Hospitaala Riferaalaa Jimmaatti ergamee jira, jedhan. Jiginsa murkichaatiif sababaan, bara dheeraa turee dulloomuu mukichaa akka tahuu malu dubbatan. Suuraan kan waajira Koomunikeeshinii naannichaa ti.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa Itiyoophiyaatti Kabajame Ilaalchisee Gaaffii fi Deebii Aangawootuu Oromiyaa Waliin Taasisame011.1810-03-2025
2Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
3Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
4Karoorri Biyyoota Gaanfa Afrikaa Haala Jijjiirama Qilleensatiif Dursee Qopheessu Baasame08.3503-03-2025
5Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
6Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise08.3513-03-2025
7Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
8Yakka Gowwoomsaa Oonlaayinii Irraa Attamitti Ittisuun Danda’ama?08.4313-03-2025
9Lammiileen Itiyoophiyaa Kuma Tokko Tahan Har’a Saawud Arabiyaarraa Gara Biyyaatti Deebifamuu Ministiriin Dhimma Alaa Biyyattii Beeksise  08.5512-03-2025
10Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman07.310-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 9.6. Источник: www.voaafaanoromoo.com.