Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Lammiileen Itiyoophiyaa Kuma Tokko Tahan Har’a Saawud Arabiyaarraa Gara Biyyaatti Deebifamuu Ministiriin Dhimma Alaa Biyyattii Beeksise  

Дата публикации: 12-03-2025 19:55:02

Yaaliin lammilee Ityoophiyaa hojii barbaachaaf jechaa gara biyya Sa’udi Arabiyaa deemanii rakkina keessa seenan gara biyyatti deebisuu itti fufee, marsaa Afuraffadhaan kan deebifamaa jiran namoonni kuma tokko ta’an balalii marsaa Sadiin Roobii har’aa Bitootessa 12 bara 2025 Fifinnee seenuu isaanii ministeerri dhimma alaa mootumma Ityoophiyaa beeksisee jira.
Dubbi himaan ministeera dhiima alaa Obbo Nebiyaat Geetacheew sochii Lammiilee Ityoophiyaa biyya alati deebisuu ilaalchisee ibsa sagalee Amerkaatiif kennaniin, mootummaan lammilee biyyatti hojii barbaachaaf jecha bahanii biyyottan adda addaa keessatti rakkachaa jiran deebisuudhaaf yaalii gochaa jirus adeemsii isaa rakkisaa akka ta’e dubbataniiru.
Wagga darbee lammile biyyatti Sa’udi Areabiyaa keessatti rakkin keessa seenan biyyatti deebisuudhaaf yaalii taasifameen namoottan 1000 ta’an akka deebifaman ministeerri dhimma alaa Ityoophiyaa Ibseera.
Namoottan gara Sa’udii deemanii rakkina keessa seenan yemmuu gara biyyatti deebi’uuf gaafachaa jiranu kanatti ammas namoottan heduunn karaa seeraan alaatiin ittu gara Sa’uditti imalanuu galana irratti lubbuun isaanii darbaa jiraachuun isaa akka gabaasamaa jiru Kenedii Abaatee Finfinne irra gabaaseera.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman07.310-03-2025
2Bidiruun Godaantota Fe'anii Jabutii Irraa Gara Yamanitti Imalaa Turan Dhidhimuu Isaaniin Namoonni 2 Du'uu fi 186 Achi Buuteen Dhabame012.9407-03-2025
3Yeroo Biyyoonni Hedduun Gocha Shororkeessummaa Gabaasaa Jiranitti Afrikaan Ardii Haleellaa Kanaan Hedduun Ittii Galaafatame Taatee Jirti 08.807-03-2025
4Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
5Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
6Masriin Hoggantoonni Biyyoota Arabaa Karoora Waa'ee Gaazaa Kan Tiraamp Dhiheessan Irraa Faallaa Waan Tahe Raggaasisan Jette07.5405-03-2025
7Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Maraatoonii Dubaayii fi Shaamaan Keessatti Geggeessaman Dhiiraa fi Dubaraan Injifatan08.1609-01-2024
8Sudaan Keesstti Mootummaa Lama Wal Maddiitti Hundeessuun Balaa Fiduu Akka Malu Gamtaan Afrikaa Akeekkachiise07.7212-03-2025
9Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii Liimaatti gaggeeffameen Meedaaliyaa 10 Argatte013.6503-09-2024
10Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025

Классификация: Международные. Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 8.55. Источник: www.voaafaanoromoo.com.