Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Lammileen Ityoophiyaa Baqatanii Sudaan Keessa Jiran Rakkina Nageenyaatiif Saaxilaman

Дата публикации: 04-07-2024 19:07:39

Walwaraansii Sudaan keessatti taasifamaa jiru mooraa baqatoota lammiiwwan Ityyophiyaa keessa qubatanitti dhihaachaa dufuun isaa akka isaan yaaddeese bulchaan mootummaa yeroo naannoo Tigraay ibasan. Obbo Geetacheewu Radda kaleessa akka fuula Fees Bookii isaanii irratti ibsanitti, walwaraansii gareewwan Sudaan gidduutti taasifamaa jiru gara mooraa baqatootaa Tigraay keessa buqa’anii fi baqatootaa Ityoophiyaa keessa garas dhaqaniitti dhihaachaa jira.
Baqatoonni Tigraay kumaatamaan lakkawamani fi sudaan keessa qubatanii jiran haala gargaarsa namoomaa hamaa ta’e keessa akka jiran kan ibsan oboo Geetachoon, yeroo amma quubsamaawwan baqatootaa, baha suudaan keesaa jiran Tenedbaa fi Umiraakuubaa jedhamanuutti lolli gareewaan waraanaa sudaan gidduutti taasifamuu yeroo kamiinuu caalaa dhihaachaa adeemaa jira. Oboo Geetaacheewu Radda ibsa isaanii kana keessatti qamooleen dhimma  naanichaa keessatti qoodaa fudhachaa jiran fi hawaasinii adduunyaa, wareen wal waraanaa jiranuu akka lola dhaabanuu fi haala nageenyaa siviilotaas akka mirkaneessuu danda’an dhiibaa akka taasisan gaafatanii jiru. 
Obbo Gettachoon mootummaa feederaala Itiyoophiyaatiif waamichaa dhiheesaniin wantii barbaachisaa ta’e hundi taasifamee rakkonn baqatootaa haala furamuu qabu irratti akka hojachuu qabu gaafataniiru.  Dhimma kana irratti baqattoonii akka maqaan isaanii hin dhahamne gaafatan akka sagalee Amerikaati dubbatan lolli biyyatti keesatti taasigfamaa jiru gara mooraa isaaniitti dhihaachaa jiraachuu isaa mirkaneesanii jiru.
Baqatoota kana gara biyyatti deebisuudhaaf mootumma Itiyoophiyaa koree dhaabuudhaan akka hojjachaa jiru dubbi himaan ministerra dhimaa alaa Ityoophiyaa Nabiyuu Tadilaa ibsu isaanii fi yeroo amma lammileen Ityoophiyaa kuma 60 ta’an Sudaan keessa qubatanii akka jiran ibsamuu isaa Geberemikaa’el Gebremediihin gabaasee jira.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Getaachoo Raddaa Akka Yaa'ii Adda Bilisummaa Uummata Tigiraayitti Hin Hirmaanne  Beeksisan 05.4409-08-2024
2Kanneen Yaa'ii Geggeessan Hoogganoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Ibsa Kaabineen Bulchiisa Yeeroofii Naanichaa Baase Morman 07.8225-09-2024
3Gareewwan Walitti-bu’insa Sudaan Kibbaatti Hirmaatan Akka Wal-dhibdee Isaanii Mariin Furatan IGAD Hubachiise06.9612-03-2025
4Walitti-bu’insa Dheessuun Namoonni Koremii fi Ofilaarraa Bu’qqa’an Gargaarsa Akka Argachaa Hin Jirre Dubbatan08.0624-05-2024
5Lammiileen Itiyoophiyaa Kuma Tokko Tahan Har’a Saawud Arabiyaarraa Gara Biyyaatti Deebifamuu Ministiriin Dhimma Alaa Biyyattii Beeksise  08.5512-03-2025
6Bulchiinsi Yeroo Nannoo Tigiraay Kanneen Hojii Bulchiinsicha Gufachiisan Irratti Tarkaanfiin Fudhadha Jedhe06.6929-08-2024
7Namoonni Sababaa Waraansaatiin Wal-Qaayit Irraa Buqqa'an Q'ee Isaaniitti Deebifamuu Jalqabu, Jedha Bulchiisi Yeroofii Naannoo Tigiraay06.5415-07-2024
8Namoonni Aanaalee Raayyaa Irraa Buqqa’an Kuma 20 ol Tahan Gargaarsa Dhabuun Akka Rakkachaa Jiran Himatan09.1212-07-2024
9Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame05.2902-08-2024

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 9. Тональность: 0. Информативность: 5.33. Источник: www.voaafaanoromoo.com.