Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Bulchiinsi Yeroo Nannoo Tigiraay Kanneen Hojii Bulchiinsicha Gufachiisan Irratti Tarkaanfiin Fudhadha Jedhe

Дата публикации: 29-08-2024 18:01:52

Waldhabdee fedhii aangoo hooggantoota dhaaba adda bilisa baasaa uummata Tigiraay gidduutti uumamee jiruunis hojii koo haala danda’amuun hojjechuu hin dandeenye jedheera. Ibsa uummata Tigiraayiif jedhee baase kana keessattis “ Yeroo mirgi uummanni Tigiraay ofiin akka of bulchu kabajamuuf hojiin bal’aan hojjetamaa jirutti Gareen yaa’ii seera qabeessa hin taane gaggeesse Tigiraay seer maaleessa akka taatu hojjechaa jiras jedheera.
Dhaabni adda bilisa baasaa uummata Tigiraay kan Dr. Debiretsiyooniin hoogganamu torbaan darbe xalayyaa Aanaaleee fi Godinaaleef barreesseen muudamni bulchiinsa yeroo naannichaan taasifamu fudhatama hin qabaatu jechuun isaa ni yaadatama. Bulchiinsi yeroo naannichaammoo ibsa isaa keessatti hojii bulchiinsaa kamiyyuu qaama gufachiisuu barbaadu irratti tarkaanfii akkan fudhadhu uummanni naaf haa beeku jedheera. Ibsi bulchiinsa yeroo naannoo Tigiraay kun kan ba’e erga Itiyoophiyaatti Ambaasaddarri Yuunaayitid Isteetisi Eerviin Maasingaa gara Maqaleetti imalanii Geetachoo Raddaa fi Dr. Debiretsiyoon Gebiremikaa’eel waliin qofaa qofaatti marii’ataniin boodadha.
Sinoodoosii qulqulluu Tewaahidoo Ortoodoksii Itiyoophiyaa Irraa adda ba’uu isaanii kan labsataniiranii fi maqaa Kessaatee birhaan jechuun Naannoo Tigiraay keessatti Sinoodoosii Ortodoksii mataa isaanii kan dhaabbataniirani ibsa Kamisa har’aa baasaaniinimmoo Uummanni naanichaa rakkoo keessatti yommuu argamuttii fi daangaan bulchiinsa naannichaa gara duraan turetti osoo hin deebifamiin gara waraana duraan turetti osoo hin deebi’iin hooggantoonni dhaaba adda bilisa baasaa uummata Tigiraay garaagarummaa gidduu isaaniitti uuman na gaddiisiiseera jedheera. Jechuun Maqalee irraa Muluugeetaa Atsibahaatu gabaase.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Ukkaamsaa, Ajjeechaa fi Miidhaalee Biroo Saala Irratti Hundaa'ee Dubartoota Irratti Raaw'atamu Mormuun Maqalee Keessatti Hiriirri Bahame04.7626-06-2024
2Dura-taa’aan ABUT Dabre-Tsiyoon Gebre-Mikaa’el Kufaatii Hooggansa Dhaabichaa Mudate Furuuf, Yaa’iin Waliigalaa Barbaachisaa Tahuu Dubbatan010.9812-08-2024
3Gareeleen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Eega Torban Dabre Muummicha Ministaraa Abiyyi Wajjiin Mari'atanii Boodallee Wal-Himataa Jiran 08.4213-12-2024
4Paartiileen Tigiraay Keessa Socho'an Sadii Gochaa Adda Bilisummaa Uummata Gigiraay Balaaleffachuun Ibsa Kennan06.0831-07-2024
5Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame05.2902-08-2024
6Getaachoo Raddaa Akka Yaa'ii Adda Bilisummaa Uummata Tigiraayitti Hin Hirmaanne  Beeksisan 05.4409-08-2024
7Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
8Namoonni Sababaa Waraansaatiin Wal-Qaayit Irraa Buqqa'an Q'ee Isaaniitti Deebifamuu Jalqabu, Jedha Bulchiisi Yeroofii Naannoo Tigiraay06.5415-07-2024
9Kanneen Yaa'ii Geggeessan Hoogganoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Ibsa Kaabineen Bulchiisa Yeeroofii Naanichaa Baase Morman 07.8225-09-2024
10Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.69. Источник: www.voaafaanoromoo.com.