Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Paartiileen Tigiraay Keessa Socho'an Sadii Gochaa Adda Bilisummaa Uummata Gigiraay Balaaleffachuun Ibsa Kennan

Дата публикации: 31-07-2024 18:58:45

Hoggantoonni Paartii Saalsaay weyan Tigraay, Bayitoo Biyyaalesaa Abay Tigraay fi Wudib Natsanet Tigraay guyyaa har’aa ibsa kennaniin, mootummaa feedewraalaa dhimmaa Paartii tokkoo akka dhimmaa ummata naanichaa godhee fudhaachuu hin qabuu jedhaniiru.
Dura taa’a paartii Salsayi weyan kan ta’an obbo Aluula Hayiluu, wal dhiibbaan taayitaadhaaf taasifamuu ummataa Tigraay fi naanichaa miidhuu danda’a jedhaniiru.
Itti aanaa dura taa’an Paartii Baayitoonaa obbo Yoseef Berehe, gama isaaniitiin, siyaasa naanichaa hiikuudhaaf bulchiinsaa naannoo hundaa hirmaachisee dhaabuun barbaachisaadhaa jedhaniiru.
Dura vtaa’an Paartii Wudib natsinet Dr. Dejenee Mezigebe mootummaan feederaalaa, ummata Tigraay Paartii tokkon walti hidhee doorsisuu hin qabu jedhan.
Prezidaantiin bulchiinsa yeroo kan naanoo Tigraay Obbo Geetachoo Radda ibsa kaleesaa dhaabbata Televijiinii Dimtsi Weyanee jedhamuu irratti keenaniin rakkinaa naanicha keessati mulachaa jiruuf itti gaafatamaan hoggansaa ABUT ta’uu isaa ibsaniiru.
Rakkinichii olaantumaa garee tookkoo kabachiisuudhaaf waan ta’ee jiruudha kan jedhan obbo Geetachoo Radda, nageenyaa sabaatii mannaa fedhii dhuunfaa isaanii namoottan dursaniin waan raachaa jiruudhaa jechuu isaanii Mulugeetaa Atsibahaa Maqalee irraa gabaasera.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Wal-dhabdeen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Keessatti Uumame Ittuma Fufee Jira09.0906-09-2024
2Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame05.2902-08-2024
3Bulchiinsi Yeroo Nannoo Tigiraay Kanneen Hojii Bulchiinsicha Gufachiisan Irratti Tarkaanfiin Fudhadha Jedhe06.6929-08-2024
4Ukkaamsaa, Ajjeechaa fi Miidhaalee Biroo Saala Irratti Hundaa'ee Dubartoota Irratti Raaw'atamu Mormuun Maqalee Keessatti Hiriirri Bahame04.7626-06-2024
5Getaachoo Raddaa Akka Yaa'ii Adda Bilisummaa Uummata Tigiraayitti Hin Hirmaanne  Beeksisan 05.4409-08-2024
6Humnoonni Naga Eegumsa Tigraay Dhimma Siyaasaa Nannichaa Keessa Akka Hin Seenne Paartileen Naannoo Sanaa Gaafatan07.8216-09-2024
7Gareeleen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Eega Torban Dabre Muummicha Ministaraa Abiyyi Wajjiin Mari'atanii Boodallee Wal-Himataa Jiran 08.4213-12-2024
8Dura-taa’aan ABUT Dabre-Tsiyoon Gebre-Mikaa’el Kufaatii Hooggansa Dhaabichaa Mudate Furuuf, Yaa’iin Waliigalaa Barbaachisaa Tahuu Dubbatan010.9812-08-2024
9Tigiraay Keessatti Waggoota Shanii Booda Yeroo Duraatiif Qormaatni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Har’a Kenname09.7709-07-2024
10Gaaffiin Bu'uraa Tigiraay Otuu Deebii Hin Argatiin "Waraanni Tigiraay" Akka Faca'u Taasisamaa Jira, Jedhan Dr. Debretsiyoon G/Mikaa'el 05.4420-12-2024

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.08. Источник: www.voaafaanoromoo.com.