Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Tigiraay Keessatti Waggoota Shanii Booda Yeroo Duraatiif Qormaatni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Har’a Kenname

Дата публикации: 09-07-2024 19:24:14

Qormaanni biyyaaleessaa kutaa 12ffaa erga weerara Vaayirasii Koovid 19 fi waraana Kaaba Itiyoophiyaa keessa ture turtii waggoota shaniin booda barattoota Itiyoophiyaa kaan waliin yeroo wal fakkataatti bara kana har’a Adoolessa 2 , hanga 12 bara 2016 tti naannoo Tigiraay keessatti kennamuu jalqabeera. Barattoonni kuma 54 qormaaticha fudhachaa akka jiranis hoogganaan biiroo barnootaa naannoo Tigiraay Dr. Kiroos Gu’iish ibsaniiru. Qormaanni biyyaaleessaa kutaa 12ffaa kun naannicha keessatti kan Argaman Yuunivarsiitiiwwan Maqalee, Aksuum, Addigiraatii fi Raayyaa keessatti akka kennamuu fi qormaatichi waraanis ta’e kanneen interneetiin Online qoramaniifis akka qophaa’eerus himaniiru.
Erga waliigaltee Piriitooriyaan booda Manneen barnootaa hojiitti deebi’uun hojii baruu fi barsiisuu akkasumas tajiijiloonni biroonis kan jalqabaniiran yommuu ta’u, Gamaaggama hojiirra oolmaa walii galtee Piriitooriyaa marsaa lammaffaaf karaa Gamtaa Afiriikaan Mootummaa Federaalaa fi Adda bilisa baasaa uummata Tigiraay gidduutti taasifamuuf jirurratti argamuuf ermaan
addaa gaanfa Afiriikaa Kan Yuunaayitid Isteetisi Ambaasaddar Maayik Hamar Finfinneetti argamu. Hooggantoonni dhaaba Adda bilisa baasaa uummata Tigiraay wal ga’ii gamaaggama hojiirra oolmaa walii galtee Piriitooriyaa marsaa lammaaffaaf taasifamu kanarratti argamuuf gara Finfinneetti imaluu isaanii odeeffannoon fuula miidiyaa hawwasaa Facebook dhaabichaarraa argame ni mul’isa jechuun Maqaleerraa Muluugeetaa Astibahaatu Gaabase.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Dura-taa’aan ABUT Dabre-Tsiyoon Gebre-Mikaa’el Kufaatii Hooggansa Dhaabichaa Mudate Furuuf, Yaa’iin Waliigalaa Barbaachisaa Tahuu Dubbatan010.9812-08-2024
2Paartiileen Tigiraay Keessa Socho'an Sadii Gochaa Adda Bilisummaa Uummata Gigiraay Balaaleffachuun Ibsa Kennan06.0831-07-2024
3Namoonni Sababaa Waraansaatiin Wal-Qaayit Irraa Buqqa'an Q'ee Isaaniitti Deebifamuu Jalqabu, Jedha Bulchiisi Yeroofii Naannoo Tigiraay06.5415-07-2024
4Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame05.2902-08-2024
5Bulchiinsi Yeroo Nannoo Tigiraay Kanneen Hojii Bulchiinsicha Gufachiisan Irratti Tarkaanfiin Fudhadha Jedhe06.6929-08-2024
6Getaachoo Raddaa Akka Yaa'ii Adda Bilisummaa Uummata Tigiraayitti Hin Hirmaanne  Beeksisan 05.4409-08-2024
7Namoota Tigraay Keessaa Buqqa’an Deebisuuf Hojiin Hojjetamu Lafa Irra Harkiifamuun Rakkoo Nutti Hammeesse, Jedhan Buqqaatonni06.5614-06-2024
8Kanneen Yaa'ii Geggeessan Hoogganoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Ibsa Kaabineen Bulchiisa Yeeroofii Naanichaa Baase Morman 07.8225-09-2024
9Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
10Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 9.77. Источник: www.voaafaanoromoo.com.