Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Humnoonni Naga Eegumsa Tigraay Dhimma Siyaasaa Nannichaa Keessa Akka Hin Seenne Paartileen Naannoo Sanaa Gaafatan

Дата публикации: 16-09-2024 18:54:37

Paartileen siyaasaa mormitootaa afur kanneen naannoo Tigraay keessa socho’an hiriira itti gaafatamaan nageenyaa naannichaa ugguran cimsanii qeeqan. Har’a magaalaa Maqalee keessatti gaazexeessitootaaf ibsa gamtaan kan ennan bakka bu’oonni Paartii Walabummaa Tigraay, Salsaay Weeyyaanee, Kongiresii Biyyoolessaa Tigraay Guddittii fi paartii Areenaa Tigraay murtee kana heera mootummaa kan faallessu jechuun qeeqaniiru.
Fulbaana 10, 2024, itti aanaan bulchaa blchiinsa yeroo fi itti gaafatamaan nageenya Naannoo Tigraay Letenaal Jeneraal Taaddesee Werrede, bulchiinsa yeroos ta’e ABUT hiriira wal mormii nageenya naannichaa balaa dhaaf saaxilu ugguran. Sana duras Jeneraal Taaddeseen sababa nageenyaaf jecha hiriira siyaasaa wal morkatu dhorkaniiru.
Jeneraal Taaddasaa Weredee, bulchiisi yeroo kan Tigraay muudama angawoota haaraa yeroof akka dhaabu gaafataniiru. Hooggansi ABUT waa’ee qindaa’ina  bulchiisa yeroo kan Tigraay fi bakka bu’ummaa isaa irratti mari’achuuf gaaffii dhiheesse akka dhaabu gaafataniiru. Wal dhibdee murnoota ABUT jidduutti deemaa jiruun wal qabatee qaamni nageenyaa naannichaa walaba akka ta’u gaafataniiru.
 
Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Paartiileen Tigiraay Keessa Socho'an Sadii Gochaa Adda Bilisummaa Uummata Gigiraay Balaaleffachuun Ibsa Kennan06.0831-07-2024
2Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame05.2902-08-2024
3Bulchiinsi Yeroo Kan Naannoo Tigraay Hooggansi ABUT Fongolcha na Irratti Geggeessuuf Shire Jechuun Himate07.3419-09-2024
4Wal-dhabdeen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Keessatti Uumame Ittuma Fufee Jira09.0906-09-2024
5Gaaffiin Bu'uraa Tigiraay Otuu Deebii Hin Argatiin "Waraanni Tigiraay" Akka Faca'u Taasisamaa Jira, Jedhan Dr. Debretsiyoon G/Mikaa'el 05.4420-12-2024
6Gareeleen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Eega Torban Dabre Muummicha Ministaraa Abiyyi Wajjiin Mari'atanii Boodallee Wal-Himataa Jiran 08.4213-12-2024
7Lafawwan Naannoo Caasaa Bulchiisaa Ijaaruuf Qajeelchi Lafa Kaa’amuun Ibsame  09.1814-08-2024
8Namoonni Aanaalee Raayyaa Irraa Buqqa’an Kuma 20 ol Tahan Gargaarsa Dhabuun Akka Rakkachaa Jiran Himatan09.1212-07-2024
9Kanneen Yaa'ii Geggeessan Hoogganoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Ibsa Kaabineen Bulchiisa Yeeroofii Naanichaa Baase Morman 07.8225-09-2024
10Debretsiyoon Gabremikaa’el: Obbo Geetaachoo Raddaa Paartii Isaaniin Ergamanii Hoogganoota Ertiraa Quunnamuu Quban Qaba 05.9310-09-2024

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 7.82. Источник: www.voaafaanoromoo.com.