Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Gaaffiin Bu'uraa Tigiraay Otuu Deebii Hin Argatiin "Waraanni Tigiraay" Akka Faca'u Taasisamaa Jira, Jedhan Dr. Debretsiyoon G/Mikaa'el

Дата публикации: 20-12-2024 18:50:26

"Waraanni Tigraay maqaa DDAR jedhuun akka diigamuu ta’aa jira, gareen Hiwaat kan Dr. Dabra Tsiyoon Gabra Mikaa’eliin durfamu, himatee jira.
 Gareen Adda Bilisummaa Ummata  Tigraay kan  Dr. Dabra Tsiyoon Gabra Mikaa’eliin durfamu, hoggantoonni bulchiinsa yeroo kan naannoo Tigraay, maqaa hidhattoota hidhannoo hiikkachuu fi walitti makamuun jedhuun gaaffii bu’uuraa Tigraay osoo hin deebisin qabsaa’onni duraanii, kan isaan Waraana Tigraay jedhanii waaman, diigamaa jiru jechuun himate .
Gareen TPLF keessaa tokko ta’e kun walga'ii har'a Magaalaa Maqaleetti ta'e kun  walgahii "duula diddaa" jedhee waamee  xumura irratti  bulchiinsii yeroo hojii akka raawwatuuf itti kennamee guutummaatti fashalaa'eera" jechuun ibseera.
Gama biraatiin kaabineen bulchiinsa yeroo naannichaa walgahii guyyoota sadiif gaggeessee ilaalchisee ibsa baaseen, "bu

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Gareeleen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Eega Torban Dabre Muummicha Ministaraa Abiyyi Wajjiin Mari'atanii Boodallee Wal-Himataa Jiran 08.4213-12-2024
2Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame05.2902-08-2024
3Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
4Paartiileen Tigiraay Keessa Socho'an Sadii Gochaa Adda Bilisummaa Uummata Gigiraay Balaaleffachuun Ibsa Kennan06.0831-07-2024
5Bulchiinsi Yeroo Nannoo Tigiraay Kanneen Hojii Bulchiinsicha Gufachiisan Irratti Tarkaanfiin Fudhadha Jedhe06.6929-08-2024
6Wal-dhabdeen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Keessatti Uumame Ittuma Fufee Jira09.0906-09-2024
7Humnoonni Naga Eegumsa Tigraay Dhimma Siyaasaa Nannichaa Keessa Akka Hin Seenne Paartileen Naannoo Sanaa Gaafatan07.8216-09-2024
8Debretsiyoon Gabremikaa’el: Obbo Geetaachoo Raddaa Paartii Isaaniin Ergamanii Hoogganoota Ertiraa Quunnamuu Quban Qaba 05.9310-09-2024
9Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025
10Naannoo Tigraay Keessatti Fonqolcha Mootummaatu Geggeessamaa Jira, Jedhu Obbo Geetaachoo Raddaa, Pirezidaantiin Yeroofii Naannichaa06.3213-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 5.44. Источник: www.voaafaanoromoo.com.