Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  

Дата публикации: 14-03-2025 22:02:43

Sabaa himaan biyya keessaa kan irratti argaman ibsii Ministirri Dhimma Alaa Itiyoophiyaa Dr Geediyoon Ximootiwoos fi Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo kan Mootummaa Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaa kennan irratti dhimmoota yeroo ammaa naannoo Tigraay keessaa ilaalchisee dippilomaatota Finfinnee keessa jiraataniif ibsa kennaniiru.
Haala amma Tigraay keessatti uumamee kanaaf aangawoonni lameenuu garee Dr Babra Tsiyooniin durfamu itti gaafatamaa taasisuun isaanii gabaafamee jira.
Gareen Dr. Dabra Tsiyooniin durfamu waliigaltee kana cabsee jedhamuu isaa haaluun isaa ni yaadatama,
Ibsa Diploomaatootaaf kennamee kana irratti hojiirra oolfama Waliigaltee Piriitooriyaaf deeggarsa hawaasa addunyaa gaafachuu isaanii, miidiyaaleen biyya keessaa gabaasanii jiru.
Gamtaan Afrikaa gama isaan, qaamotni waldhabdee naannoo Tigraay keessatti hirmaatan gocha kana irraa akka of qusatanii fi rakkoo kana mariidhaan akka furan gaafateera.
Obbo Geetaachoo Raddaa akka jedhanti, waldhabdee murnoota siyaasaa Adda Bilisummaa Uummata Tigraay giddutti hamee uumameef Ertraan harka keessaa qabdii jechuun kan hiimatan ta’uus Ertraan gama isheen, himannaa kana haaltee jirti jechuun Keeneedii Abaata Finfinnee irraa gabaasee jira.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
2Naannoo Tigraay Keessatti Fonqolcha Mootummaatu Geggeessamaa Jira, Jedhu Obbo Geetaachoo Raddaa, Pirezidaantiin Yeroofii Naannichaa06.3213-03-2025
3Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025
4Hariiroon Jiru Laaffataa Waan Adeemeef Yunaayitid Isteetis Ambaasaaddara Afriikaa Kibbaa Ari’uuf Jetti05.4815-03-2025
5Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise08.3513-03-2025
6 Mooraa Baqattootaa Keeniyaatti Argamu Keessatti Dhukaasa Poolisoonni Bananiin Baqattoota Afur tu Madaa'e 06.8904-03-2025
7Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
8Waajirri Dilaalaa fi Galiiwwanii Finfinnee Namoota Idaan Gibiraa Irra Jira Jedhe  62  Biyyaa Akka Hin Baane Ugguruu Isaa Beeksise08.9907-03-2025
9Gareewwan Walitti-bu’insa Sudaan Kibbaatti Hirmaatan Akka Wal-dhibdee Isaanii Mariin Furatan IGAD Hubachiise06.9612-03-2025
10Lammiileen Itiyoophiyaa Kuma Tokko Tahan Har’a Saawud Arabiyaarraa Gara Biyyaatti Deebifamuu Ministiriin Dhimma Alaa Biyyattii Beeksise  08.5512-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 8. Источник: www.voaafaanoromoo.com.