Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Debretsiyoon Gabremikaa’el: Obbo Geetaachoo Raddaa Paartii Isaaniin Ergamanii Hoogganoota Ertiraa Quunnamuu Quban Qaba

Дата публикации: 10-09-2024 19:03:47

Dura taa’aan ABUT, Dr. Debretsiyoon Gerbrmikaa’eel, prezidaantin bulchiinsa yeroo obbo Geetaachoo Reddaa paartii isaaniitiin ergamanii ji’a ja’a dura hoogganoota Eertraa waliin marii geggeessuu isaanii ibsaniiru. Mariin sun geggeessamuu isaa muummichi ministeeraa Abiy Ahimed quba qabu kan jedhan Dr. Debretsiyoon, mariiwwan itti dabalaa geggeessamuu isaa dubbataniiru.
Dhimma kana irratti mootummaa federaalaa fi hoogganoota bulchiinsa yeroo biraa deebii argachuuf yaaliin ta’e hin milkoofne.  Gama biraatiin itti aanaa prezidaantiin bulchiinsa yeroo kan naannoo Tigraayii fi hoogganaan humnootii naga eegumsa naannichaa Jeneraal Taaddesee Werredee, bulchiinsi yeroo kan naannoo aanaalee fi godinaalee irratti kan geggeessu aangootti fiduu fi aangoo irraa kaasuu akka dhaabu gaafataniiru. Haluma wal fakkaatuun gumii kan geggeesse ABUT, bulchiinsa yeroo keessaa qooda kaabinee irra deebi’uun sirreessuuf sochii akka hin taasisne illee gaafataniiru jedha Gabaasi Mulugeetaa Atsbehaa Meqelee irraa erge. Tujubee tu dhiheessa.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Gareeleen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Eega Torban Dabre Muummicha Ministaraa Abiyyi Wajjiin Mari'atanii Boodallee Wal-Himataa Jiran 08.4213-12-2024
2Dura-taa’aan ABUT Dabre-Tsiyoon Gebre-Mikaa’el Kufaatii Hooggansa Dhaabichaa Mudate Furuuf, Yaa’iin Waliigalaa Barbaachisaa Tahuu Dubbatan010.9812-08-2024
3Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
4Bulchiinsi Yeroo Kan Naannoo Tigraay Hooggansi ABUT Fongolcha na Irratti Geggeessuuf Shire Jechuun Himate07.3419-09-2024
5Bulchiinsi Yeroo Nannoo Tigiraay Kanneen Hojii Bulchiinsicha Gufachiisan Irratti Tarkaanfiin Fudhadha Jedhe06.6929-08-2024
6Wal-dhabdeen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Keessatti Uumame Ittuma Fufee Jira09.0906-09-2024
7Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame05.2902-08-2024
8Paartiileen Tigiraay Keessa Socho'an Sadii Gochaa Adda Bilisummaa Uummata Gigiraay Balaaleffachuun Ibsa Kennan06.0831-07-2024
9Gaaffiin Bu'uraa Tigiraay Otuu Deebii Hin Argatiin "Waraanni Tigiraay" Akka Faca'u Taasisamaa Jira, Jedhan Dr. Debretsiyoon G/Mikaa'el 05.4420-12-2024
10Kanneen Yaa'ii Geggeessan Hoogganoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Ibsa Kaabineen Bulchiisa Yeeroofii Naanichaa Baase Morman 07.8225-09-2024

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 5.93. Источник: www.voaafaanoromoo.com.