Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise

Дата публикации: 13-03-2025 19:06:39

Muddamnii siyaasaa yeroo ammaa bulchiinsaa naannoo Tigraay keessatti mulachaa jiru akka mariidhaan furmaata argachuu qabu Ityoophiyaatti Ambaasadarri Gamtaa Awurooppaa gaafataniiru. Ambaasadeer Soofii Firoom Emersberger walitii dhufeenyaa Gamtaa Awuroopaa fi Ityoophiyaa giduu jiru ilaalchisuudhaan Wixata, Bitooteessa 10 ibsa Finfinneetti kennaniin , Ityoophiyaan fooyya’insa kabajjjii mirga namoomaa irratti akka hojjechuu qabdus hubachisaniiru. Gabaasaa Kenedii Abaatee ibsa sana irratti VOAdhaaf qopheesse Bafaqaaduutu dhiheessa.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
2Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
3Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan010.2810-06-2024
4Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa Itiyoophiyaatti Kabajame Ilaalchisee Gaaffii fi Deebii Aangawootuu Oromiyaa Waliin Taasisame011.1810-03-2025
5Karoorri Biyyoota Gaanfa Afrikaa Haala Jijjiirama Qilleensatiif Dursee Qopheessu Baasame08.3503-03-2025
6Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025
7Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii Liimaatti gaggeeffameen Meedaaliyaa 10 Argatte013.6503-09-2024
8Naannoo Tigraay Keessatti Fonqolcha Mootummaatu Geggeessamaa Jira, Jedhu Obbo Geetaachoo Raddaa, Pirezidaantiin Yeroofii Naannichaa06.3213-03-2025
9Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
10Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 8.35. Источник: www.voaafaanoromoo.com.