Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii Liimaatti gaggeeffameen Meedaaliyaa 10 Argatte

Дата публикации: 03-09-2024 16:15:34

Shaampiyoonaa dorgommii atileetiksii daraggoota umuriin waggaa 20 gadii Peeruu, Liimaatti gaggeeffamaa turen Itoophiyaa meedaaliyaa 10 argachuun yeroo jalqabaatiif sadarkaa lammaffaadhaan xumurte.
Meedaaliya warqee 6 Itoophiyaa arggatee keessaa 4 dubbartootaan kan argameedha.
Atileet Simboo Alamaayyoo fi Atileet Jeeneraal Birhaanuu atileetoota warqee Itoophiyaaf Argamsiissan keessaa tokko dha. Turmaataa VOA wajjin taasisanin qabxii argameetii gamadoo akka ta’anifi gara fulduraattii kana caalaa hoojjachuuf akka ifajjan dubbataniruu.Eebbissaa Naggassaa gabaasa dabalata qaba.
 
Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman07.310-03-2025
2Waldaan Atleetiksii Addunyaa Atleetii Itiyoopiyaa Badhaase09.6302-12-2024
3Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise08.3513-03-2025
4Lammiileen Itiyoophiyaa Kuma Tokko Tahan Har’a Saawud Arabiyaarraa Gara Biyyaatti Deebifamuu Ministiriin Dhimma Alaa Biyyattii Beeksise  08.5512-03-2025
5Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommii Maaraatoonii Vaalenshiyaarratti Injifannoo Gaarii Argatan012.3404-12-2023
6Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Poolaamdii fi Ispeenitti Geggeeffaman Irratti Injifannoo Guguddaa Argatan010.8217-02-2025
7Yakka Gowwoomsaa Oonlaayinii Irraa Attamitti Ittisuun Danda’ama?08.4313-03-2025
8Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
9Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025
10Sagantaa Galateeffannaa fi Ifxaara Waloo Hordoftoota Amantaa Islaamaa Naannoo Waashingtan 07.0612-03-2025

Классификация: Международные. Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 13.65. Источник: www.voaafaanoromoo.com.