Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Sagantaa Galateeffannaa fi Ifxaara Waloo Hordoftoota Amantaa Islaamaa Naannoo Waashingtan 

Дата публикации: 12-03-2025 15:25:14

Hordoftoonni Amantaa Islaamaa hida dhaloota Ityoophiyaa qabanu kaneen magaala Waashingteen Diisii fi kutaawaan magaalichatti dhihoo ta’an irraa walitti dhufan Sagantaa galateeffannatiifi sooma Raamadaanaa waloon afaxaruu kutaa Verjiiniyaa, mana baruumsaa sadarkaa lammaffaa Anaandeel jedhamu keessatti raawataniiru.
Kaayyoo sirnichaa kan sagalee Amerikaati himan dhaabata Feerist Hijiraa keessatti Imaama kan ta’an Mehaamed Abdul Qaadir akka jedhanitti, kaayyoon walitti dhufeenyichaa hordooftoonii Amantichaa waan biyya keessatti baranii biyyaa Ammbaa kana keessatti dhaban waliin Afxaruufi kadhachuu asitti argachuu akka danda’an taasisuuf akka ta’e ibsaniiru.
Sirna kan irrttai kan argaman obbo Abdinuuruu Mahaamad Zaakiir kutaa Teeksas Magaala Daalaas irraa akka dhufan ibsanii, yeroo sooma Raamadaanaa bakka adda addatii walitii dhufanii wajjin nyachuun , wajjin Rabbiin kadhachuun sirna amantichaa keessatti barbaachisaa akka ta’efi qophichatti gamaduu isaanii sagalee Amerikaatti himaniiru. Sirna walitti dhufeenyaa kana namoottan qindeessan keessaa tooko kan ta’an aadde Ijigaayehu Hayiluu namoottan sirna kana irratti bakka adda addaatii dhufanii hirmaatan gamachiisuudhaaf yeroo dheeraa fudhatanii akka itti qophaawwa turan dubbataniiru.
Hordoftoonii Amantaa musiliimaa kun sirna waliin irbaata nyaachaati fi kadhanaatii alatis, waldaa isaanii jabeesuudhaaf sagantan gargaarsa walitti qabuu taasifamee, ergaawwan soomaa Ramadaanaa ilaalltanis hirmaatootaaf dhihachuu isaanii gabaasaan sagalee Amerikaa kutaa Afaan Amaaraa Habtaamuu Siyyum gabaaseera.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025
2Humni addaa Sudaan “RSF “ jedhamu  Bakkawwan To’ate Keessatti Aangoo Bulchiinsaa Akka Hundeeffatu Himuun Yaaddoo Uumee Jira06.6127-02-2025
3Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman07.310-03-2025
4Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
5 Mooraa Baqattootaa Keeniyaatti Argamu Keessatti Dhukaasa Poolisoonni Bananiin Baqattoota Afur tu Madaa'e 06.8904-03-2025
6Hariiroon Jiru Laaffataa Waan Adeemeef Yunaayitid Isteetis Ambaasaaddara Afriikaa Kibbaa Ari’uuf Jetti05.4815-03-2025
7Sudaan Keesstti Mootummaa Lama Wal Maddiitti Hundeessuun Balaa Fiduu Akka Malu Gamtaan Afrikaa Akeekkachiise07.7212-03-2025
8Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
9Gareewwan Walitti-bu’insa Sudaan Kibbaatti Hirmaatan Akka Wal-dhibdee Isaanii Mariin Furatan IGAD Hubachiise06.9612-03-2025
10Waajirri Dilaalaa fi Galiiwwanii Finfinnee Namoota Idaan Gibiraa Irra Jira Jedhe  62  Biyyaa Akka Hin Baane Ugguruu Isaa Beeksise08.9907-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 7.06. Источник: www.voaafaanoromoo.com.