Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Lafawwan Naannoo Caasaa Bulchiisaa Ijaaruuf Qajeelchi Lafa Kaa’amuun Ibsame  

Дата публикации: 14-08-2024 18:56:29

Naannoo Amhaaraa fi Tigiraayiin bakkoota anaaf ta’a jechuun falmiin irratti ka’u keessatti rakkoowwan jiranitti furmaata waaraa keennuuf koreen akka biyyaatti dhaabbateeru ibsa kenneen bakkoota kanneenitti caasaa bulchiinsaa ariifachiisaan ijaaruuf kallattiin kaa’amuu ibseera.
Koreen akka biyyaleessatti hundaa’eeru gaafa Hagayya 6 bara 2016 ibsa baaseen fi ibsi isaas miidayaalee Mootummaan hoogganamaaniin tamsa’eeru bakkaoota falmisiisoo naannoon Amahaaraa fi Tigiraay anaaf ta’a jechuun falmii kaasiisanitti akkataa walii galtee Piriitooriyaa fi heera mootummaan furmaata waaraa kennuuf sochiin jalqabameeru bu’aa qabeessa ta’uu isaa eereera.
Ibsi koree kanaan kenname kan qabxiilee 13 of keessaa qabu bakkoota wal falsiisoo naannoolee lamaanii keessatti yeroo gabaabaa keessatti bulchiinsi yeroo ni hundaa’as jedheera. Adeemsa isaaafis qindeessummaa humna waraanaa Itiyoophiyaan, mootumaan federaalaa hooggantoota dhaaboolii siivilii ramaduunii fi taajjabadummaa naannoolee lamaaniin hirmaanna uummatichi kallattiin taasiisuun akka ta’us ibseera. Haala kanaanis uummatichi bulchiisa isaaf ta’u ofii isaa akka hundeessuuf gargaaras jedhera.
Koree deebisa eenyummaa fi daangaa Raayyaa Walloo Amaraa kan ta’emmoo ibsa baaseen Koree biyyaaleessaa mootummaa federaalaan hundaa’eeruun ibsi kenname dhugaa lafarra jiru kan hin hubannee jedheera.
Walitti qabaa korichaa kan ta’an Obbo Haayiluu Abarraa yaada Sagalee Ameerikaaf kennaniin bakkoota akka Raayyaa Allamaaxaa, Raayyaa Baalaa, Magaalaa Allamaaxaa , Koorem , Olaa Zaataa fa’aatti yeroo humnoonni waraanaa Tigiraay qabatanii jiranitti bulchiinsa yeroo hundeessina jechuun rakkisaa ta’uu isaa himaniiru jechuun Dassee irraa Mesfiin Arraageetu gabaase.
 
Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Getaachoo Raddaa Akka Yaa'ii Adda Bilisummaa Uummata Tigiraayitti Hin Hirmaanne  Beeksisan 05.4409-08-2024
2Kanneen Yaa'ii Geggeessan Hoogganoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Ibsa Kaabineen Bulchiisa Yeeroofii Naanichaa Baase Morman 07.8225-09-2024
3Dura-taa’aan ABUT Dabre-Tsiyoon Gebre-Mikaa’el Kufaatii Hooggansa Dhaabichaa Mudate Furuuf, Yaa’iin Waliigalaa Barbaachisaa Tahuu Dubbatan010.9812-08-2024
4Namoonni Aanaalee Raayyaa Irraa Buqqa’an Kuma 20 ol Tahan Gargaarsa Dhabuun Akka Rakkachaa Jiran Himatan09.1212-07-2024
5Bulchiinsi Yeroo Kan Naannoo Tigraay Hooggansi ABUT Fongolcha na Irratti Geggeessuuf Shire Jechuun Himate07.3419-09-2024
6Raayyaa, Alaamaaxaa fi Naannoo Sanarraa Namoonni Buqqa’anii Turan Kuma kudha Torba Qe’ee Ofiitti Deebifamanii Jiru06.726-07-2024
7Humnoonni Naga Eegumsa Tigraay Dhimma Siyaasaa Nannichaa Keessa Akka Hin Seenne Paartileen Naannoo Sanaa Gaafatan07.8216-09-2024
8Gareeleen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Eega Torban Dabre Muummicha Ministaraa Abiyyi Wajjiin Mari'atanii Boodallee Wal-Himataa Jiran 08.4213-12-2024
9Wal-dhabdeen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Keessatti Uumame Ittuma Fufee Jira09.0906-09-2024
10Bulchiinsi Yeroo Nannoo Tigiraay Kanneen Hojii Bulchiinsicha Gufachiisan Irratti Tarkaanfiin Fudhadha Jedhe06.6929-08-2024

Классификация: Международные. Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 9.18. Источник: www.voaafaanoromoo.com.