Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Raayyaa, Alaamaaxaa fi Naannoo Sanarraa Namoonni Buqqa’anii Turan Kuma kudha Torba Qe’ee Ofiitti Deebifamanii Jiru

Дата публикации: 26-07-2024 18:35:41

Aanaa Raayyaa Alaamaaxaa fi magaalaa Alaamaaxaa irraa buqa’anii magaalaa Maqalee keessa buufatanii  kan turan jiraattonni kuma 17,000 ol gara qe’e isaanti deebi’uu isaanii kan ibsee bulchiinsii godiina Tigraay gama kibbaa warri dhumaa har’a deebi’uu ibsee jira. Bulchaan godiina kanaa Obbo Haaftuu Kiroos sagalee Amerikaaf akka ibsanti ammaan booda kanneen deebi’an kana hojiin  deebisanii dhaabuu dhimmi ilaalacha argachuu qabu ta’u hubachiisan.
Baatilee dabran 21f maatii isaanii irraa adda ba’anii rakkoo keessa akka turan kan ibsan buqaatonnis gara qe’e isaanti deebi’uu isaanii  kan isaan gammachiisee isaa dubbatan. Walitti qabaa koree eenyummaa Raayyaa Amaaraa fi daangaa deebisiisuu kan ta’an Obbo Haayiluu Abarraa torban dabree sagalee Amerikaaf akka ibsanti, naannoon Tigraay maqaa buqqaatotaan  deebisaa kan jiru hidhattoota ABU (Hiwaat) jechuun deebi’uu isaanii kana morman.
Obbo Haaftuun garu buqqaatonni deebi’uun kun mootummaa Fedeeraalaa wajjiin dubbachuuN akka ta’e ibsuu isaanii Muluugeetaa Atsbahaa Maqalee irraa gabaasee jira.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Namoota Tigraay Keessaa Buqqa’an Deebisuuf Hojiin Hojjetamu Lafa Irra Harkiifamuun Rakkoo Nutti Hammeesse, Jedhan Buqqaatonni06.5614-06-2024
2Namoonni Sababaa Waraansaatiin Wal-Qaayit Irraa Buqqa'an Q'ee Isaaniitti Deebifamuu Jalqabu, Jedha Bulchiisi Yeroofii Naannoo Tigiraay06.5415-07-2024
3Namoonni Aanaalee Raayyaa Irraa Buqqa’an Kuma 20 ol Tahan Gargaarsa Dhabuun Akka Rakkachaa Jiran Himatan09.1212-07-2024
4Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame05.2902-08-2024
5Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025
6Lafawwan Naannoo Caasaa Bulchiisaa Ijaaruuf Qajeelchi Lafa Kaa’amuun Ibsame  09.1814-08-2024
7Getaachoo Raddaa Akka Yaa'ii Adda Bilisummaa Uummata Tigiraayitti Hin Hirmaanne  Beeksisan 05.4409-08-2024
8Paartiileen Tigiraay Keessa Socho'an Sadii Gochaa Adda Bilisummaa Uummata Gigiraay Balaaleffachuun Ibsa Kennan06.0831-07-2024
9Dura-taa’aan ABUT Dabre-Tsiyoon Gebre-Mikaa’el Kufaatii Hooggansa Dhaabichaa Mudate Furuuf, Yaa’iin Waliigalaa Barbaachisaa Tahuu Dubbatan010.9812-08-2024
10Wal-dhabdeen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Keessatti Uumame Ittuma Fufee Jira09.0906-09-2024

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.7. Источник: www.voaafaanoromoo.com.