Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Keeniyaa Keessatti Jijjiiramni Miidiyaa Gara Dijitaalaatti Taasisame Dorgaggootaaf Madda Odeeffannoo Filatamaa Tahee Jira

Дата публикации: 28-02-2025 18:55:25

Biyya Keeniyaa keessatti namoottan hedduun kan odeeffannoo argachaa jiran karaa toora miidiyaa hawaasatiini. Jijjiramni  gara Dijitaalaatti taasifamaa jiru halaa dirree midiyaa jijjiiraa jira. Keeniyaa keessatti gareen Tuukoo jedhamuufi hojii miidiyaa hawaasaa irratti bobba’ee jiru, dargaggoota midiyaalee fayyadamaniif filannoo garii ta’ee jira. Gareen kun akkaataa itti gafatamummaa gaazexeessummaa fi fedhii bara dijitaalaa walsimachiisuudhaan hojjachaa jiru irratti gabaasa Victoria Amunga tin Nayiroobii Keniyaa irraa qophaa’e Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman07.310-03-2025
2Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan010.2810-06-2024
3Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
4Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
5Karoorri Biyyoota Gaanfa Afrikaa Haala Jijjiirama Qilleensatiif Dursee Qopheessu Baasame08.3503-03-2025
6 Mooraa Baqattootaa Keeniyaatti Argamu Keessatti Dhukaasa Poolisoonni Bananiin Baqattoota Afur tu Madaa'e 06.8904-03-2025
7Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
8Keeniyaa Keessatti Iddoon Bineeyyii Bosonaa Dhiphataa Deemuu Ogeeyyiin Beeksisan  06.7203-03-2025
9Naannoo Tigraay Keessatti Fonqolcha Mootummaatu Geggeessamaa Jira, Jedhu Obbo Geetaachoo Raddaa, Pirezidaantiin Yeroofii Naannichaa06.3213-03-2025
10Naayijeriyaa Keessatti Proojektiin “Lafarraa Horadhu,” Jedhamee Eegalame, Oomisha Qonnaan Bultootaa Alatti Ergamu Dabalaa Jira09.9427-02-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.56. Источник: www.voaafaanoromoo.com.