Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Naayijeriyaa Keessatti Proojektiin “Lafarraa Horadhu,” Jedhamee Eegalame, Oomisha Qonnaan Bultootaa Alatti Ergamu Dabalaa Jira

Дата публикации: 27-02-2025 19:24:56

Mootummaan Naayijeeriyaa bara 2025tti jalqabbiin yaada “Earn From the Soil" yokaan “Dhacheerraa Horadhu”  jedhee waamuun akka waaltaa daldala al-ergii omisha qonnaa biyyatii ol kaasuuf fedhu ibsaa jira. Sagantaan kun galii biyyaatti isa boba’aa irratti hirkattee jiru  hir’isuuf yaalii taasifamaa jiru keessaas tokko akka  ta’e tu himame. Gabaasaa Emeekaa Gibsen, Bafiqaaduu Morodaa tu dhiheessa.

Основное содержимое страницы с новостью.

Mootummaan Naayijeeriyaa bara 2025tti jalqabbiin yaada “Earn From the Soil" yokaan “Dhacheerraa Horadhu” jedhee waamuun akka waaltaa daldala al-ergii omisha qonnaa biyyatii ol kaasuuf fedhu ibsaa jira. Sagantaan kun galii biyyaatti isa boba’aa irratti hirkattee jiru hir’isuuf yaalii taasifamaa jiru keessaas tokko akka ta’e tu himame. Gabaasaa Emeekaa Gibsen, Bafiqaaduu Morodaa tu dhiheessa.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Keeniyaa Keessatti Jijjiiramni Miidiyaa Gara Dijitaalaatti Taasisame Dorgaggootaaf Madda Odeeffannoo Filatamaa Tahee Jira06.5628-02-2025
2Ardaa Jilaa Badhaasaatti Sirna Geggeessameen Abbaa Gadaa Booranaa 71ssoon Abbaa Gadaa Booranaa 72ssootti Eebbaan Baallii Kenne  06.8411-03-2025
3Lammiileen Itiyoophiyaa Kuma Tokko Tahan Har’a Saawud Arabiyaarraa Gara Biyyaatti Deebifamuu Ministiriin Dhimma Alaa Biyyattii Beeksise  08.5512-03-2025
4Waajirri Dilaalaa fi Galiiwwanii Finfinnee Namoota Idaan Gibiraa Irra Jira Jedhe  62  Biyyaa Akka Hin Baane Ugguruu Isaa Beeksise08.9907-03-2025
5Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
6Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman07.310-03-2025
7Sirni Awwalchaa Shamarree Moodelii fi Beeksisaan Beekamtu, Kan  Qananii Addunyaa Roobii Har’aa Finfinneetti Raaw’atame08.7212-03-2025
8Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
9Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025

Классификация: Пресс-релизы. Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 9. Тональность: 0. Информативность: 9.94. Источник: www.voaafaanoromoo.com.