Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Vaaleenshiyaattiu Yoomiif Qajeelchaa, Fraankfartitti Hawwii Fayyisaa Dorgommiilee Maaraatoonii Injifatan

Дата публикации: 29-10-2024 00:49:49

Atileetiin Yomif Kejelcha Dilbata kaleessa biyya Ispeen magaalaa Valenshiyaa irratti rikoordii walakkaa maaraatoonii dhiiraa foyyeessun rikoordii kanaan dura bara 2021 Lisbonitti atileeti Ugaandaa Jaakoob Kiplimo qabatee ture sekondii tokkoon fooyyesse.
Guyyuma kana Hawi Fayyisaan Maraatoonii Firaankifart irratti rikoordii bakkicaa haaraa galmeessissun injjifateetti. Eebbissaa Naggassaa dorgommii kanaa booda, Yoomiif Kejelcha dubbisee jira.
 
Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Waldaan Atleetiksii Addunyaa Atleetii Itiyoopiyaa Badhaase09.6302-12-2024
2Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Poolaamdii fi Ispeenitti Geggeeffaman Irratti Injifannoo Guguddaa Argatan010.8217-02-2025
3Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgoomii Figicha Mana Keessaa Kazakistaan, Astanaatti Geggeessame Injifatan011.2927-01-2025
4Xumura Dorgoimmii Waancaa Kuubbaa Miilaa Afrikaa fi Du’a Atileetii Keeniyaa Beekamaa 010.2512-02-2024
5Atileet Silashii Sihiin Federeeshina Atileetiksii Itiyoopiyaaf Filatame, Filannichi Haqa Qabeessa, Guddina Federeeshinichaas Mul'isa Jedhe07.423-12-2024
6Lammiileen Itiyoophiyaa Kuma Tokko Tahan Har’a Saawud Arabiyaarraa Gara Biyyaatti Deebifamuu Ministiriin Dhimma Alaa Biyyattii Beeksise  08.5512-03-2025
7Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025
8Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025
9Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
10Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 9.6. Источник: www.voaafaanoromoo.com.