Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Fiigichi Guddichi Kan Itiyoophiyaa Marsaa 23ffaan Finfinneetti Geggeessame

Дата публикации: 21-11-2023 02:03:59

Fiigichi Guddichi kan Itoophiyaa marsaan 23ffaa Dilbata kaleessaa magaalaa Finfinneetti gageeffamee jira. Dorgommii fiigichaa kanan Atileet Biniyaam Mahaarii dhiraan, atileet Malkinaat Wudduu ammoo dubaraan injifatanii jiran. Gama biraattin Faransaay seena ishee keessttii yeroo jalqabaaf goolii 14 Fi 0 dhaan Jibraaltaariin injjiffatee. Eebbissaa Naggassaa, Istookoolm, Siwiidin irraa gabaasaa nuuf erge qabna.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Waldaan Atleetiksii Addunyaa Atleetii Itiyoopiyaa Badhaase09.6302-12-2024
2Waajirri Dilaalaa fi Galiiwwanii Finfinnee Namoota Idaan Gibiraa Irra Jira Jedhe  62  Biyyaa Akka Hin Baane Ugguruu Isaa Beeksise08.9907-03-2025
3Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
4Atleetonni Itiyoopiyaa Qabxii Ol Aanaa Galmeessisan010.703-06-2024
5Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
6Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman07.310-03-2025
7Sirni Awwalchaa Shamarree Moodelii fi Beeksisaan Beekamtu, Kan  Qananii Addunyaa Roobii Har’aa Finfinneetti Raaw’atame08.7212-03-2025
8Lammiileen Itiyoophiyaa Kuma Tokko Tahan Har’a Saawud Arabiyaarraa Gara Biyyaatti Deebifamuu Ministiriin Dhimma Alaa Biyyattii Beeksise  08.5512-03-2025
9Atileet Silashii Sihiin Federeeshina Atileetiksii Itiyoopiyaaf Filatame, Filannichi Haqa Qabeessa, Guddina Federeeshinichaas Mul'isa Jedhe07.423-12-2024
10Falmii fi Biyyoonni Dinagdeen Guddatan Wal Ga’ii G20 Kan Afriikaa Kibbaa Irraa Hafuun Tumsa Addunyaa irratti Shakkii Uume06.2426-02-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 9.92. Источник: www.voaafaanoromoo.com.