Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Rakkoo Nageenyaa Sudaan Kibbaa Keessatti Sababaan Ijoon Waliigaltee Bara 2018 Mallatteessame  Hojiitti Hiikuun Dhibaa’uudha: IGAD

Дата публикации: 14-03-2025 19:08:20

Muddama Sudaan Kibbaa keessatti uumamee jiru hordofee IGAD ibsa baaseen hoogganttoonni mootummaa Sudaan kibbaa kanneen to’annaa jala oolfamanii jiran akka gadiifama gaafate. Biyyoonni miseensota IGAD walitti bu’iinsuma Sudaan Kibbaa kana ilaalchisee Roobii Bitootessa 3 bara 2017 gama marsariitiin walga’ii godhataniin, hoogganoonni Sudaan Kibbaa muddama kana tasgabbeessuuf marii akka jalqaban gaafataniiru. Rakkoo nageenyaa biyyattii itti fufee jiruuf sababaa ijoon, walii galtee nagaa bara 2018 irra ga’ame hojiitti hiikuun boodatti harkifachuu ta’uu tuqaniiru. Gabaasa Iskinder Firew Tujubetu dhiyeessa.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Gareewwan Walitti-bu’insa Sudaan Kibbaatti Hirmaatan Akka Wal-dhibdee Isaanii Mariin Furatan IGAD Hubachiise06.9612-03-2025
2Manni Itti-Aanaa Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Waraanaan Marfamuu fi Michoonni Isaanii Hedduun Hidhamuun Himame06.7905-03-2025
3Sudaan Keesstti Mootummaa Lama Wal Maddiitti Hundeessuun Balaa Fiduu Akka Malu Gamtaan Afrikaa Akeekkachiise07.7212-03-2025
4Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
5Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa Itiyoophiyaatti Kabajame Ilaalchisee Gaaffii fi Deebii Aangawootuu Oromiyaa Waliin Taasisame011.1810-03-2025
6Waraana Sudaan Keessatti Gochaa Gara Jabummaa Suukanneessaatu Daa’imman Irratti Raaw’atamaa Jira, Jedha Tokkummaan Mootummootaa06.714-03-2025
7Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025
8Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
9Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025
10Naannoo Tigraay Keessatti Fonqolcha Mootummaatu Geggeessamaa Jira, Jedhu Obbo Geetaachoo Raddaa, Pirezidaantiin Yeroofii Naannichaa06.3213-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 9.08. Источник: www.voaafaanoromoo.com.