Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Waraana Sudaan Keessatti Gochaa Gara Jabummaa Suukanneessaatu Daa’imman Irratti Raaw’atamaa Jira, Jedha Tokkummaan Mootummootaa

Дата публикации: 14-03-2025 22:12:56

Sudaan keessatti daa’imman miliyoona 16 ta’an waraana biyyatti keessatti gaggeeffamuun kan ka’e haala suukaneessaa ta’een rakkachaa kan jiran ta’u hogganaan sagantaa daa’immanii kan Tokkummaa Mootummoota (UNICEF) kamiisa kaleessaa ibsanii jiru.
Hedduun isaanii guyyaa guyyaan balaa hokkaraa, beela, dhukkubaa fi humnaan gudeeddiin isaan mudachaa jiru.
“wal waraansii kun balbala isaanii duratti, naannoo mana isaanii, manneen barnootaa fi hospitaala isaanii, akkasumas magaalota fi gandoota Sudaan hedduu keessatti ta’aa jira,” jechuun daayreektarri olaanaa UNICEF Kaatriin Raasals walgahii Mana Maree naga eegumsaa kan Tokkummaa Mootummootaa irratti dubbatan.
Keessattuu daa’imman umuriin isaanii waggaa shanii gadi ta’e balaadhaaf saaxilamuu kan ibsan yoo ta’u biyyattii keessatti bakkeewwan hongeen itti baay’atu shan keessatti miiliyoona 1.3 ol kan jiraatan ta’u ibsan.
Kanneen biroo miiliyoona 3 immoo sababaa caasaa tajaajiila fayyaa kufaa jiruun dhukkuboota koleeraa Busaa fi Deeng dabalatee dhukkubootaaf saaxilamuu ibsanii yoo xiqqaate dargaggoonni miiliyoona 16.5 ta’an barachaa hin jiran.
Bara darbe kutaalee Sudaan 18 keessaa sagal keessatti dhimmonni gudeeddii daa’imman irratti raawwataman 221 gabaafameera kan jedhan Raasal warra humnaan gudeedaman kana keessaa Harka sadii keessaa lama shamarran harka tokko ammoo dhiira akka ta'an dubbatteetti.
"Kanneen dhimmi isaanii galmaa'ee keessaa 16 daa'imman umuriin isaanii waggaa shanii gadi ture. Afur immoo daa'imman umuriin isaanii waggaa tokko gadi ta'e dha," jedan.
Diinummaan kun akka dhaabbatu yoon gaafadhu dhukkubbii ijoolleen sun dandamatan akka hin miira isaanii keessaa hin haqamnee dubbatan.
Hogganaan dhaabbata Doktoroota daangaan hin uggrre jedhamu, gareeleen isaanii Sudaan keessattis ragaa hokkara saalaa arganii jiru, Bara darbe namoota lubbuun hafan 385 yaaluun isaanii gola naga eegumsaa kanaaf himaniiru.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Humni addaa Sudaan “RSF “ jedhamu  Bakkawwan To’ate Keessatti Aangoo Bulchiinsaa Akka Hundeeffatu Himuun Yaaddoo Uumee Jira06.6127-02-2025
2Sudaan Keesstti Mootummaa Lama Wal Maddiitti Hundeessuun Balaa Fiduu Akka Malu Gamtaan Afrikaa Akeekkachiise07.7212-03-2025
3Balaan Xayyaaraa Waraana Sudaan Naannoo Manneen Jireenyaa Jiranitti Dhaqqabe Namoota 46 Galaafate07.226-02-2025
4Manni Itti-Aanaa Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Waraanaan Marfamuu fi Michoonni Isaanii Hedduun Hidhamuun Himame06.7905-03-2025
5Gareewwan Walitti-bu’insa Sudaan Kibbaatti Hirmaatan Akka Wal-dhibdee Isaanii Mariin Furatan IGAD Hubachiise06.9612-03-2025
6Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025
7Bidiruun Godaantota Fe'anii Jabutii Irraa Gara Yamanitti Imalaa Turan Dhidhimuu Isaaniin Namoonni 2 Du'uu fi 186 Achi Buuteen Dhabame012.9407-03-2025
8Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
9Rakkoo Nageenyaa Sudaan Kibbaa Keessatti Sababaan Ijoon Waliigaltee Bara 2018 Mallatteessame  Hojiitti Hiikuun Dhibaa’uudha: IGAD09.0814-03-2025
10Yeroo Biyyoonni Hedduun Gocha Shororkeessummaa Gabaasaa Jiranitti Afrikaan Ardii Haleellaa Kanaan Hedduun Ittii Galaafatame Taatee Jirti 08.807-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.7. Источник: www.voaafaanoromoo.com.