Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Balaan Xayyaaraa Waraana Sudaan Naannoo Manneen Jireenyaa Jiranitti Dhaqqabe Namoota 46 Galaafate

Дата публикации: 26-02-2025 18:32:15

Xayyaarri waraanaa Sudaan naannoo maneen jireenyaa jiran kan buufata xayyara waraanaa magaalaa guddoo lammataa Omdurmaan cinatti kufee caccabuu dhaan namoonni afurtamii ja’a du’u waajjirri sabaa himaa kan Kaartuum keessaa kan beeksise yoo ta’u maddeen waraanaa akka jedhanitti kanneen du’an keessaa tokko ajajaa waraanaa gameessatu keessatti argama.
Balaan kun kan dhaqqabe Kibxata kaleessaa galgala buufata xayyaaraa Waadii Sayidnaa Omdurmaan gama kaabaatti ture. Waraanni Sudaan akka jedhetti angawoonni waraanaa hedduu fi simiilonni balaa Kanaan du’uu beeksiseera, garuu ibsa dabalataa hin kennine.
Balaan xiyyaarichaa sababa rakkoo teeknikaa irraa kan ka’e ta’uu maddeen waraanaa himaniiru. Waajjirri miidiyaa akka beeksisetti namoonni 10 madaa’anii jiran.
Namoota du’an keessaa ajajaa olaanaa Kaartuum kan ta’an Meejar Jeneraal Bahr Ahimed tokko yoo ta’u, kanaan dura ajajaa waraanaa guutuu magaalaa guddoo biyyattii ta’uun tajaajilaa ka turan ta’uu maddeen waraanaa beeksisaniiru.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Waajirri Dilaalaa fi Galiiwwanii Finfinnee Namoota Idaan Gibiraa Irra Jira Jedhe  62  Biyyaa Akka Hin Baane Ugguruu Isaa Beeksise08.9907-03-2025
2Humni addaa Sudaan “RSF “ jedhamu  Bakkawwan To’ate Keessatti Aangoo Bulchiinsaa Akka Hundeeffatu Himuun Yaaddoo Uumee Jira06.6127-02-2025
3Gareewwan Walitti-bu’insa Sudaan Kibbaatti Hirmaatan Akka Wal-dhibdee Isaanii Mariin Furatan IGAD Hubachiise06.9612-03-2025
4Somaaliyaa Magaalaa Beledweyin  Keessatti Namoonni Hidhatan Hoteela Tokko Haleeluun Yoo Xiqqaate Namoota Shan Ajjeesan07.0312-03-2025
5Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
6Waraana Sudaan Keessatti Gochaa Gara Jabummaa Suukanneessaatu Daa’imman Irratti Raaw’atamaa Jira, Jedha Tokkummaan Mootummootaa06.714-03-2025
7Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
8 Mooraa Baqattootaa Keeniyaatti Argamu Keessatti Dhukaasa Poolisoonni Bananiin Baqattoota Afur tu Madaa'e 06.8904-03-2025
9Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 9. Тональность: 0. Информативность: 7.2. Источник: www.voaafaanoromoo.com.