Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Meeshaalee Aadaa Boorana Biratti Ulfina Addaa Qaban Kan Beektuu

Дата публикации: 10-03-2025 18:19:10

Booranni Aadaa gosa hedduu qaba, jetti Shukkee Godaanaa, waa’ee meeshaalee aadaa Booranaa kan Sirna Jila Baallii Gadaa Booranaa 72ssoo haaromsa duubaarratti daawwattootaaf himte. Kanneen keessaa meeshaan aadaa isaa ibsu gosaan hedduu, kaan ammoo ulfina addaa qabani jetti. Doola, Buuxxii, dhuuyyuma, meeshaalee aadaa Booranaa faayidaa dhimma gara garaaf oolu ta’uu ibsite.


Основное содержимое страницы с новостью.

Booranni Aadaa gosa hedduu qaba, jetti Shukkee Godaanaa, waa’ee meeshaalee aadaa Booranaa kan Sirna Jila Baallii Gadaa Booranaa 72ssoo haaromsa duubaarratti daawwattootaaf himte. Kanneen keessaa meeshaan aadaa isaa ibsu gosaan hedduu, kaan ammoo ulfina addaa qabani jetti. Doola, Buuxxii, dhuuyyuma, meeshaalee aadaa Booranaa faayidaa dhimma gara garaaf oolu ta’uu ibsite.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
2Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
3Ardaa Jilaa Badhaasaatti Sirna Geggeessameen Abbaa Gadaa Booranaa 71ssoon Abbaa Gadaa Booranaa 72ssootti Eebbaan Baallii Kenne  06.8411-03-2025
4Waajirri Dilaalaa fi Galiiwwanii Finfinnee Namoota Idaan Gibiraa Irra Jira Jedhe  62  Biyyaa Akka Hin Baane Ugguruu Isaa Beeksise08.9907-03-2025
5Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
6Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025
7Kan Du’a Kaadhimaa Isaatti Shakkamee To’annaa Poolsii Jala Jiru Artist Andu’aalem Gosaa Mana Murtiitti Dhihaate05.9313-03-2025
8Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman07.310-03-2025
9Sirni Awwalchaa Shamarree Moodelii fi Beeksisaan Beekamtu, Kan  Qananii Addunyaa Roobii Har’aa Finfinneetti Raaw’atame08.7212-03-2025
10Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.08. Источник: www.voaafaanoromoo.com.