Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Kan Du’a Kaadhimaa Isaatti Shakkamee To’annaa Poolsii Jala Jiru Artist Andu’aalem Gosaa Mana Murtiitti Dhihaate

Дата публикации: 13-03-2025 19:01:15

Artist Andu’aalam Gosaa du’a kaadhimaa isaa shamarree Qananii Addunyaatiin shakkamee too’annoo Poolisii jala jiru guyyaa har’aa mana murtiitti dhiyaateera.Andu’aala Goosa yemmuu shamarree Qananii Aduunyaa gamoo mana jireenyaa isaanii darbii shanaffaa irraa kuftee lubbuun ishee darbu mana keessa turuu isaa kan eere Poolisiin ajjeechaa ishii keessaa harkaa qabaachuu isaa akka shakkuu mana murtiif ibsera. Artiist Andu’aalam gama isaatiin karaa abukaatoo isaa deebii kenneen himannaa kana waakkateera. Beekaa Atoomaa Finfinnee irraa gabaasaa erge qabna.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
2Meeshaalee Aadaa Boorana Biratti Ulfina Addaa Qaban Kan Beektuu 06.0810-03-2025
3Yakka Gowwoomsaa Oonlaayinii Irraa Attamitti Ittisuun Danda’ama?08.4313-03-2025
4Sirni Awwalchaa Shamarree Moodelii fi Beeksisaan Beekamtu, Kan  Qananii Addunyaa Roobii Har’aa Finfinneetti Raaw’atame08.7212-03-2025
5Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025
6Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025
7Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
8Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise08.3513-03-2025
9Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
10Naannoo Tigraay Keessatti Fonqolcha Mootummaatu Geggeessamaa Jira, Jedhu Obbo Geetaachoo Raddaa, Pirezidaantiin Yeroofii Naannichaa06.3213-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 5.93. Источник: www.voaafaanoromoo.com.