Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Beledweeynee Keessatti Hidhattoottoota Hoteela Tokko Marsanii Haleellaa Raawwatan Ja'a Ajjeesuu Humni Nageenya Somaaliyaa Beeksise

Дата публикации: 13-03-2025 18:51:22

Komishinarri aanaa Beledweynee Oomaar Osmaan Alasoow oduu gabaastootaaf akka ibanitti qaamooleen hidhatan hoteela giidduu gala magaalittii keessa jiru osoo Jaarsooliin gosaa fi qondaaloonni nagaeenyaa wal ga’ii gaggeessaa jiranii itti marsuun haleellaa raawwatan Roobii kaleessaa tarkaanfii humni nageenyaa keenyaa fudhateen kanneen haleellicha raawwatan hidhattooni ja’a ajjeefamaniiru jedhan. Haleellaa hoteela jedhame kanarratti Kibxata dabarsine kana raawwateef Alshabaab anatu raawwate jedheera. Jaarsii gosaa fi qondaaloota nageenyaa kanneen hoteelicha keessa wal ga’iirra turan baraarsuuf humni nageenyaa gamtaa Afirikaa kan nagaa eegumsaaf Somaaliyaa keessa jiru humnoota nageenyaa keenyaa gargaaruun gara hooteelicha keessatti seenuun danda’ameera jedhaniiru Komishinarichi.
Haleellaa fi marfamuu turtii sa’aatiiwwan 18’f ture kana keessattis loltoonni keenya lama haleellaa qamoolee hidhatan Kanaan yommuu ajjeefaman Afur immoo marfamuu kana keessaa ba’uuhin dandeenyu jechuun ofii isaanii of ajjeesaniiru. Miseensota humna nageenyaa kanneenin alattis namoonninagaa torba jaarsoolii gosaa beebbekamoo lama dabalatee ajeefamaniirus jedhaniiru.
Magaalaan Beledweynee kan dangaa Itiyoophiyaa irratti argamtu Hirshabalee kan Itiyoophiyaa waliin wal daangessitu Moqaadishoo irraa fageenya Kiloometirii 300 irrratti argamti. Erga ibsi kun Beledweynee irraa kennameen Turtii sa’aatiiwwaniin booda Ejeensiin basaasaa biyyaaleessaa Somaaliyaa

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Somaaliyaa Magaalaa Beledweyin  Keessatti Namoonni Hidhatan Hoteela Tokko Haleeluun Yoo Xiqqaate Namoota Shan Ajjeesan07.0312-03-2025
2 Mooraa Baqattootaa Keeniyaatti Argamu Keessatti Dhukaasa Poolisoonni Bananiin Baqattoota Afur tu Madaa'e 06.8904-03-2025
3Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan010.2810-06-2024
4Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025
5Naannoo Itiyoophiyaa Kibbbaa Keessatti Mukti Namoota Gabaa Jiran Irratti Kufuu Isaatiin Namoonni 7 Du’an09.613-03-2025
6Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
7Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman07.310-03-2025
8Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Poolaamdii fi Ispeenitti Geggeeffaman Irratti Injifannoo Guguddaa Argatan010.8217-02-2025
9Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii Liimaatti gaggeeffameen Meedaaliyaa 10 Argatte013.6503-09-2024
10Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.24. Источник: www.voaafaanoromoo.com.