Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Atileetiin Keeniyaa Addunyaarratti Beekamu Kelvin Kiptum fi Leenjisaa Isaa Waliin Balaa Konkolaataatiin Lubbuu Dhabe

Дата публикации: 12-02-2024 12:04:16

Atileettin lammii Keeniyaa doorgoomii maraatooniittin Rikardii addunyaa  maqaa isaattin  qabu Kelvin Kiptum fi leenjisaan isaa Gervais Hakizimana dilbata kaleessaa bakka Eldoret jedhamutti balaa konkolaataa muddateen lubbuun darbuu  poolisiin Keeniyaa beeksisee.
Atileetiin lammii Keeniyaa ganna 24 kun konkolaataa Toyota Premio oofaa turee fi leenjisaan isaa bakka balaan kun itti dhaqqabeetti du'uu isaanii Ajajaan Poolisii kutaa bulchisaa Elgeyo Marakwet Peter Mulinge dubbataniruu jeechuun CNN gabaaseeraa.
Namni sadaffaan konkolaaticha keessa ture midhamni cimaan irra ga'uu isaafi ammatti lubbuun jiraachhus barameeraa.
Atileetii Kelvin kiptum konkolaaticha oofaa kan turee yoota’uu ''To'annaa dhabuun, karaa irraa maqee, boolla meetira 60 fagaatutti seenuu isaafii muukaa guddaa tookkotii bu’uun beekameeraa.
Kiptum rikkordiin addunyaa sa’aa  2:00:35 bara darbe Onkoloolessa keessa Maraatoonii Chikaagoo irratti galmeessisuun guyyoota muraasa dura immoo rikkordiin kun Atileetiksii Addunyaatiin raggaasifameera. 
Atileettin kun yerroo dhihoo keessaatti figicha gabaabaa irraa gara dheeraattii dhufuun rikkordii maaraatoonii haaraa galmeesiisuun isaa gara fulduraattis atileetoota sa’aa 2 gaddii figuu danda’an keessaa adda
 
Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Keeniyaa Keessatti Iddoon Bineeyyii Bosonaa Dhiphataa Deemuu Ogeeyyiin Beeksisan  06.7203-03-2025
2Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan010.2810-06-2024
3Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman07.310-03-2025
4Waldaan Atleetiksii Addunyaa Atleetii Itiyoopiyaa Badhaase09.6302-12-2024
5Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
6Кенийский бегун побил державшийся 27 лет мировой рекорд7711-07-2026
7Кенийский бегун установил мировой рекорд, который держался 27 лет5711-07-2026
8Sawe hace historia al derribar el muro de las dos horas en el maratón de Londres012.3726-04-2026
9Sawe hace historia al derribar el muro de las dos horas en el maratón de Londres8926-04-2026
10Кениец Ваньоньи побил мировой рекорд в беге на километр5711-07-2026

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.86. Источник: www.voaafaanoromoo.com.